Alarming news from Qilinxo !

Alarming news from Qilinxo !

Qilinto Prison
Typography
  • Smaller Small Medium Big Bigger
  • Default Helvetica Segoe Georgia Times

Alarming news from Qilinxo !

Alarming news from Qilinxo ! Abiyi Ahmed Used Corona Virus as a weapons against Oromo.
Oduu Gadisisa Mana hidha Qilinxo irra. Corona Virus Meesha waraana ta’ee jira.
Qooranoon Tasa Nersota Ethiopian guyya tokko dura Bufata Poolisi Worada 5 finfinnee jiru keessati goodhameen Hidhamtoon 40 Corona Virus qabamu isaan oduun kara telegerama MOH Ethiopia gadi ba’ee mirkaneese jira. Ini gudan amoo Mootummaan namoota qabaman kana keessa murasa gara Qilinxo Zone 3 bakka hidhamootoon siyyasa Oromooo 1430 jiranti fi nami bayeen bakka dhiippho keesati wal ukkamse jiruti geese dabalee jira. Kun Hidhamtoota siyyasa Oromoo fi Ogannota siyyasaOromoo miidhuuf itti yadamee kan goodhamee dha.
Waanti nama gadisisu amoo Qilinxo keessa Oganoon Cicimoon qeerroo, Ogannoon Qabsoo Oromoo cicicimon fi qaroon, Barnoota Barumsa Olana qaban Degree heedu qaban, Barsisoon Universiti abbooti seera, Enginerota, Ogeesoota fayya, Ogannoti egere qabsoo Oromoof abdii ummata ta’aantu achi keessa jira.
Dhamsi Qilinxo kun Ogannon Siyasa fi Ogannon qeeroo Oromoo akkasuma Engineroon, Ogeesoon fayya fi abootiin seera, qaqaroon Oromoo ummata Oromoo kara ceesisu dnda’an Mana Hidha Qilnxoo keessati utuu ilaaluu Abiyi Ahmed fixuu hin qabu Oromoon gadi ba’ee falmachu qaba. Dhaabbileen Oromoo fi Hayyuleen Oromoo adunya irra jira hundi bakka jiru falmachuu qaba. Mootummaan Ethiopia fi Abiyi Ahmed Corona Virus Meesha waraana goodhe fayudama jirachu isaa Mootummaan Adunya, UN human right , ICC, EU, AU, dhaabbileen mirga dhala namaf falmatant iyyachu qabu. Kanaaf Lamiin Oromoo iyya Qilinxo kanaaf deebi keenu qabu, Oromoon biyya keessa jiru ilee Abiyi Ahmed akkuma jeedhe Corona Virus fayyadema Oromoo waga 1000 caabsuuf hojeecha waan jiruf tokkumman ka’uu akka qabu Dhaabisi Qilinxoo kun iyyata jira.
 
 
 
 
 
 
 
 
 
 
 
 
Sign up via our free email subscription service to receive notifications when new information is available.